Sign up for a free recipe e-book →
Ebrahim.media
Search
Home
Blog
Category:
Uncategorized
Teesso na qabannaan jeen oromyaa dhiiga lafee tiyyaa biyyaa abba kiyyaa biyyi abba malee dhalatu biyyaan qaba ka na boositu onne tiyya tiruu tiyya anaafis oromyaa oromyaa oromyaa oromyaaHaadha hayyuu ogeessa mara yaa jaaltam biyya goototaaeebifamtuu biyyee biyyarra yaa oromyaa fakkee jannataa ann akka kee ann illmi kee dhuufaan jira ammasittu salaamaka ann akka kee tokkichi kee dhufaan jiraa ammasttu salaamakaDrgaggoo kee mammagallanni dhedheeroo afro muldhii zinnaraaShamarran kee ilkaan annani woyaan ariiraArjooma kee ann hoggayyu na marara akkam godhee sirraa turaaArjooma kee ann hoggayyu na marara akkam godhee sirraa turaaTeesso na qabannaan jeen oromyaa dhiiga lafee tiyyaa biyyaa abba kiyyaa biyyi abba malee dhalatu biyyaan qaba ka na boositu onne tiyya tiruu tiyya anaafis oromyaa oromyaa oromyaa oromyaaYaa qubsiistuu alagaaf firaa hundee kuushiit tan nuubiyaaraYaa han gafee sirnna wolalaa kan dimokraasi addunya kanaRabbi wojjiin surumaafi nu ilmaan kee si tifkkannaRabbi wojjiin surumaafi nu ilmaan kee si tifkkannaAbaaboo birraadha urgaa qilleenssa saMukkeen gaara keenya hejerssaa fi birbirsahimeetuu wafixuu ba’yyinna bineesa mali yaanne namaa maali yaa oromoBineesaa garallto najjira yaanni isaaMukkeen gaaraallee to najjira yanni isaaBishaan laggeen keenyaatu najjira yanni isaaLaga awaashi guddadhaatu najjiraa yaanni isaQe’ee worra keenyaatu najjira yaanni isaIluu abba booraatu najjira yanni isaa
Previous Page
Next Page
Privacy & Cookies: This site uses cookies. By continuing to use this website, you agree to their use.
To find out more, including how to control cookies, see here:
Cookie Policy
Subscribe
Subscribed
Ebrahim.media
Sign me up
Already have a WordPress.com account?
Log in now.
Ebrahim.media
Subscribe
Subscribed
Sign up
Log in
Report this content
View site in Reader
Manage subscriptions
Collapse this bar
Design a site like this with WordPress.com
Get started